SUBSCRIBE

Search This Blog

Feb 10, 2021

Fan oromo


Afaan Oromoo





Akka Baayisaa Fufaan qorannoo isaa keessatti ibseen Afaan Oromoo afaan baay’innaan Afrikaa keessatti dubbataman keessaa sadarkaa afraffaa irra jira. Kana jechuun afaan Arabaa, afaan kiSwahiliitiif, afaan Hawusaatti aana jechuudha. Afaan Arabaa fi afaan Kiswaahilii afaan biyya ormaa yoo ta’an, Afaan Oromoo afaan Afrikaa keessatti dubbatamu keessaa tokkoffaa ta’a; osoo mootummaa qabaatee immo addunyaa irraatti sadarkaa sadaffaa ta’u ni mala. Afaan Oromoo kutaa afaanii Afroo-Eshiyaatiik jedhamu jalatti ramadama. Afaan kun Afroo-Asiyaatiik keessaa gare afaanii Kuush jalatti qooddama. Afaanota Kuusha keessa Afaan Oromoo afaan sabni baayyeen dubbatu yoo ta’u, uummata miliyoona 60 ol ta’utu dubbata




WordPress

WELCOME TO MUHAJER SEMAN SURAFEL WEBSITES HOME ON WORDPRESS

This blog is for individuals and private organizations who want to read the FDRE Constitution as well as the interpretations of the Constitution as well as various laws of our country, various proclamations, government-approved directives, teachings and publications. Laws and the Constitution of our country. It is a website where we volunteer to help the public learn about draft laws and interpretations of the constitution

BLOG CATEGORIE'S

ABOUT CONTACT & MAPS

Share This It!